Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Fiichee yaaliiwwan qorannoo teknooloojii madaksuu, maddisiisuu, babal’isuu, baay’isuu fi eegumsa qabeenya uumamaa hojjechaa jiruun milkaa'aa jira. Haaluma kanaan, yaaliiwwan qorannoo bara baajataa 2015/16 keessa adeemsalee fi gareelee qorannoo adda addaa jalatti geggeeffamaa jiran yaaliiwwan qorannoo Midhaan biilaafi agadaa, dheedhii fi dibataa, kuduraa, muduraa fi mi’eessituu, eegumsa midhaanii, Mahaandisummaa qonnaa jalatti bishaan Dhimbiibuu ,Cimmisuu fi Jallisuu, fooyyessa xaa’ummaa biyyee, eegumsa biyyeef bishaanii fi misooma sululaa, sakatta’iinsa qabeenya biyyee, qo’annoo biyyee, qonnaa bosonaa, fooyyessa nyaata beeyladaa, Hawaas Dinagdee fi babal’ina qonnaan hojjetaa kan jiru yoo ta'u; hojiileenn kunneen hanqina