
Bokkuun Waan Hundaan Guutuudha
***************
Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Sinaanaatiin sanyiin Qamadii Dabboo haaraa gadi lakkifame kan maqaan isaa 'Bokkuu' jedhamu
Calloominni isaa qamadii gosa 'Waanee' jedhamu 71% ol kan caaluu fi qamadii gosa 'Galaan' jedhamu 52% ol kan caalu dha.
Bokkuun dhibeewwan qamadii kan akka Waagii Jirmaa fi waagii Keelloo kan dandamatuu fi qulqullinni isaa laaboraatoorii keessatti qoratamuun kan mirkanaa'e dha.