Gamaggamni Wixinee Qorannoo kan Bara 2010 Geggeeffamaa ture Goolabame

Gamaggamni wixinee Inistiitiyuutii Qorannoo Qonna Oromiyaa kan bara 2010 geggeeffamaa ture goolabamee jira. Sagantichis guyyoota shaniif geggeeffamaa kan tureefi piroojektootni hojiilee qorannoo 400 ta’an dhiyaatanii irratti mariyatamuun gamaggamichi xumurameera.

AGP-II Annual Review meeting, 12-16 Feb 2018, Adama

Oromia Agricultural Research Institute (IQQO) Agricultural Growth Program (AGP-II) conducted Annual research proposal review at Adama from 12-16 Feb 2018. Welcoming and opening speech were addressed by Dr Dagnachew Lule (AGP-II Coordinator) and Dr Feto Esimo (General Director for IQQO), respectively. A total of 206 new research activities were presented by the 15 AGP-II supported research centers.

Leenjii Hoggansaa ‘leadership training’ IQQOtti Kennamaa Jira

Leenjiin oggansaa AGP II tiin deeggaramu guyyoota lamaaf galma Inistiitiyuutii Qorannoo Qonna Oromiyaatti kennamaa jira. Sagantaa guddina qonnaatti CDSF (capacity development support facility) tiin leenjiin dandeettii gabbisuu irratti barsiisaa lammii biyya Beeljiyeem kan ta’an Mr. Arthor Delabie jedhamuun leenjiin kennamaa jira.