Some of our researchers in research field
We do for maximizing productivity
IQQO Meeting Hall
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

Maashiniin Qamadii Sararaan Facaasu Jiruufi Jireenya Qonnaan Bultootaa Fooyyessuu Keessatti Shoora Olaanaa Qaba

*************

Giddugaleessi Qorannoo Maandisummaa Qonnaa Asallaa teknoolojii qamadii sararaan facaasu kalaquun qonnaan bultoota biratti babal'isaa tureera. Haaluma kanaan maashinii qamadii sararaan facaasu kalaqee hojiilee jallisii misooma qamadii irratti dhiyeessuun hawaasa qonnaan bulaa fayyadamoo akka ta'an taasiseera.

 

Giddugaleessichi godinaalee Arsii fi Arsii Lixaatti maashinii qamadii sararaan facaasuu qonnaan bultootaaf dhiyeessuun fayyadamoo taasiseera.