Teknoolojiiwwan Qorannoo Qonnaa Godambaa Saayinsii (Science Museum) tti Daawwatamaa jiru

***************

Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu teknoolojii Qamadii agarsiisaaf dhiyeesse daawwatameera.

Dabalataanis, teknoolojiiwwan Mahanduisummaa Qonnaa, Midhaanii fi teknoolojiin Beeyladaa agarsiisa kanarratti dhiyaataniiru.