Some of our researchers in research field
We do for maximizing productivity
IQQO Meeting Hall
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

Teknoolojii Bishingaa Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Fadiis Baaseen Qonnaan Bultootni Fayyadamoo Ta’aa Jiru

Teknoolojii Bishingaa ‘Malkaam’ jedhamu Giddugaleessi Qorannoo Qonnaa Fadiis baaseen qonnaan bultootni aanaa Baabbilee gandoota adda addaa keessa jiraatan fayyadamoo ta’uu isaanii dubbatu. Bishingaa yeroo gabaabaa keessatti hanqina roobaa dandamachuun callaa gaarii kennu omishuun fayyadamaa ta’aa akka jiran qonnaan bul aa aanaa Baabbilee ganda Ibaadaa kan ta’an Ob. Mohaammad Eeraan himaniiru.

Kenna Tajaajilaa fi Geggeessummaa Irratti Hoggantoota IQQO fi Giddugaleessotaaf Leenjiin Kenname

Kenna Tajaajilaa fi Geggeessummaa Irratti Hoggantoota IQQO fi Giddugaleessotaaf Leenjiin Kenname
******************************************************
Akkaataa kenna tajaajilaafi geggeessummaa irratti Hoggantoota IQQOfi Giddugaleessotaaf leenjiin Biiroo
Paablik Sarvisiifi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaatiin guyyaa tokkoof Onkoloolessa 25/2013 Finfinneetti kenname.
Leenjiin kenname kunis kenniinsa tajaajilaa maamiltootaaf kennamu daraan fooyyessuufi dandeettii
geggeessummaa qorannoofi deeggarsaa cimsuuf kennameera.

Raawwiin Hojii Kurmaana 1ffaa Bara 2013 Giddugaleessotaa Gamaggamamaa Jira.

Raawwiin Hojii Kurmaana 1ffaa Bara 2013 Giddugaleessotaa Gamaggamamaa Jira.
*****************************************
Raawwii karoora hojii kurmaana 1ffaa kan bara 2013 giddugaleessotaa Inistiitiyuutii Qorannoo Qonna Oromiyaatti
Onkoloolessa 26/2013 gamaggamamuu eegale. Sagantichis haasaa baniinsaa Daarektarri Olaanaa IQQO
Ob. Tashoomaa Boggaalaa taasisaniin eegalame.
Gamaggamicha irrattis Giddugaleessonni qorannoo kudha torba (17) argamuun raawwii karoora hojii isaanii kan k

The first IQQO Advisory Board meeting was successfully held

The first IQQO Advisory Board meeting was successfully held on August 8, 2020, at Caneth Hotel, Adama. At the meeting, the chairman of the board,

Dr. Mandefro Nigussie, started the meeting by introducing the Board members; He then presented what is expected from The Advisory Board  and IQQO leadership.

The second presenter was The DG of IQQO, Obbo Teshome Bogale. He presented "what IQQO does" to the board members and participants from IQQO. 

Qamadiin Waqtii Bonaa Jallisiin Omishame Sassaabamaa Jira

@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@

@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@

Qamadiin waqtii bonaa jallisiin kilaastaraan Godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaallee gandoota Saaraa Weyibaa lafa heek.

Hojiileen Oomisha Qamadii Walta'insa Qamoolee Sadaniin Hojjatamaa Ture Daawwatame

@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@


@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@

 

 

Guyyaan Dawwaannaa Dirree Qamadii Aanaa Sadan Soodootti Gaggeeffame

 

Hojiileen oomisha qamadii waqtii bonaa kilasteeran jallisiin omishame Aanaa Sadan Sooddootti bakka hooggantootni Olaanoo naannoo Oromiyaa argamanitti Bitootessa 03, 2012 daawwatamee jira.
Daawwannaa kanaanis qamadii heektara 200 irratti oomishamee keessa kan ganda Tolee Wasarbii guyyaa har'a dawwaatamee jira.

Omishni Qamadii kilaastaraan Waqtii Bonaa Jallisiin Omishame Daawwatame

Gamaggamni Wixinee Yaaliiwwan Qorannoo Geggeeffamaa Ture Milkiin Xumurame

Gamaggamni yaaliiwwan wixinee qorannoo Guraandhala 9-14/2012 bakkeewwan sadii jechuunis Giddugaleessa Qorannoo Qonna Adaamii Tulluu, Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa fi Giddugaleessa Qorannoo Qurxummii fi Lubbu-qabeeyyii bishaan keessaa biroo Baatuutti geggeeffamaa ture milkiin goolabameera.

Gamaggamni Wixinee Yaaliiwwan Qorannoo Geggeeffamuu Eegale