Gamoon AGP-IIn Ijaaramaa Ture Eebbifame

@@@@@@@@@@@@@@@@@@

Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Beddelleetti gamoon deeggarsa AGP-IIn waggoottan sadan darbaniif ijaaramaa ture bakka qaamoleen hoggansaa Naannoo fi Federaalaa argamanitti Adoolessa 24/2013 eebbifamee hojii eegaleera.

Ijaarsi gamichaas qarshii miliyoona 7.3 kan ijaarame yoo ta’u; gamoo abbaa darbii tokkoo kan kutaalee biiroof oolan 34 qabudha.

Akkasumas; namoota milkaa’ina ijaarsa gamoo sanaaf gumaacha taasisan hundaaf beekamtiin kennameera

...................................................................................................................................................