Some of our researchers in research field
IQQO Meeting Hall
Fishery research
We do for maximizing productivity
IQQO HQ Complex
Our research empowers women
Researcher at field
IQQO Meeting Hall
Sinana ARC

Gamaggamni Raawwii Karoora Hojii Bara 2013 Geggeeffamuu Eegale.

*****************************

IQQOtti gamaggamni raawwii karoora hojii bara 2013 Giddugaleessotaa Waxabajii 21/2013 irraa eegalee guyyoota lamaaf turu geggeeffamuu eegaleera.

Gamaggamichis haasaa baniinsa Daarektarri Olaanaa IQQO Ob. Tashoomaa Boggaalaa taasisaniin jalqabameera.

Gamaggamicha irrattis Giddugaleessonni Qorannoo Qonnaa kudha torba (17) kan argaman yoo ta’u; raawwiin hojii isaaniis kilaastaraan kan gamaggamamu ta’a