Submitted by Manager on Mon, 08/02/2021 - 09:30
Gamoon AGP-IIn Ijaaramaa Ture Eebbifame
@@@@@@@@@@@@@@@@@@
Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Beddelleetti gamoon deeggarsa AGP-IIn waggoottan sadan darbaniif ijaaramaa ture bakka qaamoleen hoggansaa Naannoo fi Federaalaa argamanitti Adoolessa 24/2013 eebbifamee hojii eegaleera.
Ijaarsi gamichaas qarshii miliyoona 7.3 kan ijaarame yoo ta’u; gamoo abbaa darbii tokkoo kan kutaalee biiroof oolan 34 qabudha.
Akkasumas; namoota milkaa’ina ijaarsa gamoo sanaaf gumaacha taasisan hundaaf beekamtiin kennameera
Submitted by Manager on Thu, 07/29/2021 - 16:00
BAGA GAMMADDAN; BAGA GAMMADNE
Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa Madaallii Raawwii hojii Bara 2013 Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Geggeeffameen Qabxii Olaanaa Argate.
********************************************************************
Sirna madaallii fi badhaasaa ‘Oromia president award’ jedhamuun moggaafame kan bara 2013 eegalame irratti waajjiraalee kilaastara
baadiyaa jiran keessaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaatti aanuun sadarkaa 2ffaa ba’uun raawwii hojii olaanaa galmeessiseera.
Submitted by Manager on Wed, 06/30/2021 - 15:55
Gamaggamni Geggeeffamaa Ture Milkiin Goolabame
Gamaggamni raawwii karoora hojii bara 2013 guyyoota sadiif geggeeffamaa ture milkiin
goolabame.
Gamaggama kanarratti raawwiin hojii Giddugaleessota Qorannoo kudha torbaa
dhiyaachuun kan gamaggamaman yoo ta’u; raawwii gaariifi abdachiisa ta’es
gamaggamicha irratti dhiyaateera. Haaluma kanaan karoorri raawwii hojii bara 2013
Giddugaleessotaa milkaa’aa fi galma aggaammate bira kan gahedha.
Keessumattu bara kana keessa hojii omisha qamadii jallisiitiin bu’aan abdachiisa ta’e
Submitted by Manager on Tue, 06/29/2021 - 13:03
Gamaggamni Raawwii Karoora Hojii Bara 2013 Geggeeffamuu Eegale.
*****************************
IQQOtti gamaggamni raawwii karoora hojii bara 2013 Giddugaleessotaa Waxabajii 21/2013 irraa eegalee guyyoota lamaaf turu geggeeffamuu eegaleera. Gamaggamichis haasaa baniinsa Daarektarri Olaanaa IQQO Ob. Tashoomaa Boggaalaa taasisaniin jalqabameera. Gamaggamicha irrattis Giddugaleessonni Qorannoo Qonnaa kudha torba (17) kan argaman yoo ta’u; raawwiin hojii isaaniis kilaastaraan kan gamaggamamu ta’a
Submitted by Manager on Mon, 06/14/2021 - 16:10
Five days training (from June 14-18, 2021) for Junior Researchers on Proposal writing, Experimental design, Data Analysis and Scientific Research writing has been given at Batu Fishery& other Aquatic Life research center.
The aim of the training is to introduce the junior researchers to the basic scientific research and capacitate them to generate,adopt and disseminate demand based agricultural technologies.
Submitted by Manager on Wed, 06/09/2021 - 09:28
Release of Improved Crop Varieties by IQQO
During the first round meeting of the National Variety Release Committee (NVRC), which held at Adama from June 3-5, 2021,
twenty one improved crop varieties were released by IQQO/OARI. Of these, 7 are crop varieties from cereals, 9 crop varieties
from pulses and Oil crops and 5 are crop varieties from seed spices. The varieties were released by Sinana, Bako,
Haro Sabu, Mechara and Fedis Agricultural Research Centers .
Submitted by Manager on Wed, 02/03/2021 - 10:26
Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonna Oromiyaa Dr.Daanyaachoo Luleetiif Dursaa Garee Qorataa kenneef
***************************************
Akkuma beekamu Dr.Daanyaachoo Lulee nama qorannoon muuxannoo olaanaa qabaniifi qorannoo qonna biyyattii keessaatti shoora olaanaa bahaniidha.
Oromia Agricultural Research Institute (IQQO) has given Lead Researcher position to Dr.Dagnachew Lule. It is the highest researcher position in National Agricultural Research System (NARS) in Ethiopia.
Submitted by Manager on Fri, 01/15/2021 - 09:14
Qamadiin Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Machaaraatiin Omishame Haala Abdachiisaarra Jira.
Giddugaleessa Qorannoo Qonnaa Machaaraatiin qamadiin jallisiin godina Harargee Lixaa aanaa Daaroo Labuu
bakka Laga Dhungataa jedhamutti lafa heektara soddoma (30) irratti omishamaa ture haala abdaachisaaraa jiraachuu
giddugalichi beeksiseera. Hojiin kunis carraaqqii giddugaleessichaatiin milkaa’uu danda’eera.
Haaluma kanaan yaaliiwwan qorannoo (2) qamadii Daabboo, Paastaa fi Makoroniis geggeeffamaa jira.
Submitted by Manager on Wed, 01/06/2021 - 09:38
Hojiileen Deeggarsa AGP-IIn Hojjatamaa Turan Daawwataman
Giddugaleessa Qorannoo Kanniisa Hoolataatiin hojiileen qorannoo deeggarsa AGP-IIn aanaa Tokkee Kuttaayee fi aanaa
Walmaraa keessatti hojjatamaa turan Mudde 24/2013 bakka qooda fudhattootnii fi qonnaan bultootni argamanitti daawwatameera.
Daawwannicha irrattis qonnaan bultootni Kanniisa horsiisuun bu’aa gaarii argataa jiran hojiin isaanii kan daawwatame yoo ta’u; qonnaan
Submitted by Manager on Tue, 01/05/2021 - 12:33
To download new 'Agricultural Transformation of Oromia' book please click the link below