Guyyaan farra malaammaltummaa akka sadarkaa IQQOtti paanaalii marii geggeessuun kabajame. Kabaja ayyaanichaa irrattis yaadoleen mariifi gaaffileen adda addaa ka’uun bakka qaamoleen oggansaafi hojjattootni Inistiitiyuutichaa argamanitti kabajamee ooleera. Yaada hirmaattoota biraa ka’eenis malaammaltummaan rakkoo guddina biyya keenyaafi naannoo keenyaa waan ta’eef namoonni yakkicha irratti hirmaatan gama mootummaatiin tarkaanfiin gitu fudhatamuu akka qabu ibsuun sagantichi xumurameera. Guyyaan farra malaammaltummaa akka sadarkaa IQQOtti paanaalii marii geggeessuun kabajame. Kabaja ayyaanichaa irrattis yaadoleen mariifi gaaffileen adda addaa ka’uun bakka qaamoleen oggansaafi hojjattootni Inistiitiyuutichaa argamanitti kabajamee ooleera. Yaada hirmaattoota biraa ka’eenis malaammaltummaan rakkoo guddina biyya keenyaafi naannoo keenyaa waan ta’eef namoonni yakkicha irratti hirmaatan gama mootummaatiin tarkaanfiin gitu fudhatamuu akka qabu ibsuun sagantichi xumurameera.